Duration 16:41

Amiinaan Lubbu Kennaatti Deebiste] Imaanaa Imaltuu Kutaa 7ffaa

14 826 watched
0
1.1 K
Published 12 Aug 2020

Baga Gara Oromia 24 Nagaan Dhuftan Guyyaa Guyyaan odeeffannoowwan yeroo ammee, xalayyaa fi mudannoo jaalalaa, asoosama, seenaa jireenya kan keessan isinumaaf argachu waan dandeessaniif maatii(Subscribe) keenya ta’a. Namoonni Xalayyaa Jaalalaa ykn Seenaa Jireenyaa ykn Barreeffama Nama Barsiisu Danda’an Nuuf Ergu Barbaaddan, Erga keessan karaa message kallattin erguudhaan ittiin nu gaha. +251937386564 Join Us Telegram: t.me/oromia24 Facebook: https://www.facebook.com/Oromia24 #Oromia24 #oromia #Ethiopia

Category

Show more

Comments - 117
  • @
    @lenchaelemo72494 years ago Masha allah jalalaa bayyee nammattii toluu garu amantaa kessanis qabadha annii islaama isiniif filaadheraa b/c rabbiitu nuuf file waan ta' eef. 2
  • @
    @aburayyaan61244 years ago Asosamniifi mudannoleen asirratti dabran hundinuu nama buhaarsu kan darban dhaggeffataa kan dhufu eegna bayyee namatti tola itti jabaadhaa. 13
  • @
    @urjiisanyiihaceehundesa79034 years ago Gammee ko youtube ke jalqaba kasen dhagefadha bayyee namatii tolaa gafan gade illee wan attii kanan durraa dabarsitee dubatii debi' een dhagefadha guddaa galatomii nuf jiradhuu. 1
  • @
    @saras39824 years ago Wowowow asosama baay' ee namati tolu jabadhuu gamee baromisaa guudaa ofii kessaa qaba dhumisaa isaa akka bareduu abdii qaba.
  • @
    @zedoshewasalale54264 years ago Kooyaa shumbee mee chim goonaa amiinaa fi kennaa anayyu jaalala na qabsiiftani boo. Oromia24. 2
  • @
    @jesusismylife95254 years ago Bay' ee namati tolaa jabaadhu gammiyyee. 4
  • @
    @simbooshawaa38474 years ago Wwwowwuu namati tolaa itti fufaa jedhe yaada wagga booda hojii qabatani hojii danda' uu kanaaf homtu gidduu hin galu jedhee yaada ammati maati amiina . ...Expand
  • @
    @user-io4es4oh9k4 years ago Waawaa waaqayyoo dhumaa isaanii yaa barechuu aminaafi kenna. 2
  • @
    @abdaalajimma19243 years ago Gammee heduu galatomi asossaamni baay' ee namati tola. 1
  • @
    @user-jd8kp4zl4d4 years ago Waqaayyoo dhumaa isaani haabareechuu gaaltoomii gaammee.
  • @
    @furtuujirenyaa25994 years ago Jabadhaa ittii fufaa baay' ee nama boharsaa dhumarraa garuu wan gariidhaan ykn jechaamotaa gariin nuf xumuraa rabbin wan garii nuhaa dhagesisuu yoo ja . ...Expand
  • @
    @halimaorotube23143 years ago Bayyee si dinqisiffadhaa ayyalla ejeree kan lamafa. Sin jedhee. 3
  • @
    @kennaatube50294 years ago Wayoo kenaan bagaa boqachiftuu argatee goftaan dhumaa isani haa barechuu.
  • @
    @elsabetgalataa84114 years ago Bayee namatii tolaa jabadhaa xummurii isaanis akjaa garrii ta' u abdiin qabaa.
  • @
    @sameyahsameyah23014 years ago Uttu oromia 24 jiruu muka' uun
    hin yaadamu yoo qalbii boharsuu feetan asoosaamnis jira yoo barbaadan seenaan jaalalaas jira as goraa hafuura baafadha gammee birraa hunduu jiraa.
  • @
    @badriitube83754 years ago Bagaa nagahaan dhuftee gaammee jiraadhuu gamessaa namaa
    mal qabaa osoo jaalallii akkumaa yeroo jalqaabaattii ittii fufee jaalallii yeroo duraafii yeroo bodaa maliif wol addaa ta' ee woyii yaa jaalalaa.
  • @
    @diboraayesus1634 years ago Uuufee waqqayyo kan abirahamif saraa haa ta' uu. 4
  • @
    @makkoadam82874 years ago Rabbiin addaan isaan hin baasiin kan biraa kaniin jedhuu hin qabu. 5
  • @
    @gege45804 years ago Jaalalii mo' atadhaa waqayyoo jaalaala milkii isinif yaa tasisuu dinni issin hin argin.
  • @
    @mohammedabdulyidalloomanna44304 years ago Welcome to gamee koo dhumaa isaa nuu haa dhageesisuu wan bareduu bayee namaa dinqisisaa garuu jabadhuu gamee koo.
  • @
    @bezuneshtube5704 years ago Bagaa nagahan dhuftee gamee yaa waqayyoo dhumaa isaa milkesii. 1
  • @
    @madinaintalaxiqii54884 years ago Ana dhufu gamme baga jirrate sii jajjabesuuf male dhagefadhe hin beeku yeroo ama mudamma qabsoo jirra ati jabadhu.
  • @
    @hawwiijaalmarroo41004 years ago Baye namati tolaa jabadha iti nuf fufaa. 1
  • @
    @chaltujaldduutohme17464 years ago Wow bayy' ee bareedaa sanyii koo galatoomi.
  • @
    @ambaraambara63514 years ago Rabbiini hangaa dhuma toko isani hagodhu bayyee namati tola.
  • @
    @warqiimuletaa11274 years ago Seenaa dhugaa fakkata maloo uf umurii dheeradhaa qomoo ko. 1
  • @
    @kojooojo53004 years ago Uuuu fff malomalo garaa koo na bada an jabadhu.
  • @
    @kiyayemam6584 years ago Woll come gammee keenya baga nagaan nuuf dhuftee.
  • @
    @baadiyyaafirst50944 years ago Bay' ee nama tola jabadhuu kutaa itti anu abdin si egina.
  • @
    @Hindiyaat4 years ago Jabaadhuu gammee koo barnoota heddu chanela kan irra argataa jirraa.
  • @
    @bontuambo54224 years ago Rabbiikoo jalalaa akkanaa nafi yaa kennuu amen jedha mee maaloo.
  • @
    @zawuditu60124 years ago Waqqayyoo addan isaan hin basin galatomi gamee. 1
  • @
    @tadalutadalu87154 years ago Baga nagan dhufte game keenya dhumma isaan tokko tasisi waqayyoo jalali dhugaa jalqaba hamma dhummati yoo ta' e heddu namati tola. 1
  • @
    @huzeyfiijimmaahuzeyfiijimm29093 years ago Wel come oromia 24 baga nagan dhuftaan.
  • @
    @kololeyadasayadasa83484 years ago Asosama kana irra ergga baay' ee nama barsisufi nama boharsuu heddutu jira.
  • @
    @awalyousaf99534 years ago Waqqayyo hanga dhumaa walin isaan yaa jiraachisu adda isaan hin bassin.
  • @
    @semirashemsu84614 years ago Bayye namati olla dhumanisa mala ta' a lata gammee kenya galtomi. 1
  • @
    @sarahnaoum6594 years ago Bayyee kaan namakaan barnoota qabudhaas galaatomi gammee kenyaa waan bayyee.
  • @
    @adanubekele82924 years ago Baga dhufate gamee dhumaa isa hin bareda nati fakkata itti fufii si jalanaa.
  • @
    @sifuuorimiyyaa27494 years ago Kunii 5 imimaan qabachu na dhogee yaa hadhaa namaa.
  • @
    @seenakaayyoofi6774 years ago Waqaayo waliiti isaani haa habiisuu namatii toluu dhugaatiu maloo kaa.
  • @
    @hawwiwuddinehcaalaa6534 years ago Dhumaratti kenna fi aminaan obbola tau dhagessan
    asosama bayye namatti toludha gaalatomi gamme.
    1
  • @
    @oromomerondegefaa26794 years ago Isani lamaanu wan wal jalatanifi bodee dhumaa iratii wan milknii natii fakataa umaratii!
  • @
    @mettaamedia40854 years ago Kottaa mee nabiraasii ijollee 0romoo matii atanuu guddaa galatomii oromoo. 2
  • @
    @sifaamamiyyee33064 years ago Barumsaa gudaa qabaa heduu glt gamee koo.